ABUT waliin hojjechaa kan turan hidhattoonni bilisa baasaa Affaar 120 hojii badii akka hojjetaniif ittii kennaame osoo hojiirra hin oolchiin naannoo Affaaritti karaa nagaan galaniru.

Finfinnee, Amajji, 05/2013(TOI)-ABUT waliin hojjechaa kan turan hidhattoonni bilisa baasaa Affaar 120 hojii badii akka hojjetaniif ittii kennaame osoo hojiirra hin oolchiin naannoo Affaaritti karaa nagaan galaniru.

Hidhattoonni Bilisa baasaa Affaar maqaa 'UGUGUMU' jedhamuun beekaman jijjiirama akka biyyaatti godhame hodofuun Ertiriyaa irraa gara biyya galan.

Ta'us garuu waggaa tokkoof gochaa badii fi jeequmsa naannoo Affaritti akka uumaanif ABUT'tiin leenji'aa turan. Gochaa kanas osoo gara barbaadametti hin jijjiirin hojii raayyaan Ittisaa biyyaa fi Mootummaa naannoo Affaaf waliin hojjetaniin karaa nagaa maryachuuf naannoo Affaar galaniru.

Gochaa biyya ganuu ABUT biyya irratti raawwate keessatti hin hirmannuu, uummanni Affaaris gochaa biyya galuu nu hin dhaalchifne jechuun waamicha karaa nagaa kana filatanii akka itti galan hidhatoonni kun himaniru.

Maddi:- EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015