Deenmaarkii talaaliwwan vaayirasii koronaa miiliyoona 100 Afriikaa dabalatee biyyoota deeggarsi barbaachisuuf akka raabsitu beeksiste.

54

Finfinnee,Mudde 14/2013(TOI)-Deenmaarkii talaaliwwan vaayirasii koronaa miiliyoona 100 Afriikaa dabalatee biyyoota deeggarsi barbaachisuuf akka raabsitu beeksiste.

Ministeerri Dhimma Alaa Deenmaarkii akka beeksisetti, guutuu adduunyaatti weerara vaayirasii koronaa ittisuuf waliin hojjachuu barbaachisaadha.

Kanaaf Afriikaafi biyyoota guddinarraa jiran biroof Deenmaarkii talaaliiwwan vaayirasii koronaa miiliyoona 100 akka deeggartu ministeerichi beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015