Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

83

Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( TOI) - Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture har’a eebbisiiseera.

Yuunvarsiitichi barattoota kuma 1,228 digrii jalqabaan, 70 digrii 2ffaan fi 2 ammoo Digrii 3ffaan waliigala barattoota kuma 1 fi 300 eebbisiiseera.Barattoota digrii jalqabaan eebbifaman keessaa 954 dhiira, 274 dubartoota ta’uu ibsmeera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015