Yunivaristiin Bulee Horaa barattoota isaa 2,444 barsiisaa ture eebbisiseera

85

Finfinnee, Muddee 3/ 2013 (TOI) – Yunivaristiin Bulee Horaa barattoota isaa 2,444 barsiisaa ture eebbisiseera.

Barattoonni kunniin bara barnootaa 2012tti kan eebbifamuu qabamanii fi sababa weerara vaayirasii Koranaan barnoonni addaan cituu isaatin sirni eebbi isaanii bara kanatti kan darbe dha.Sirna eebba kanarratti hasawaa kan taasisan pirazadaantiin yunivaristii Bulee Horaa Dooktar Caalaa Waataan, sababa vaayirasiin koranaan barnoonni addaan cituus bara kana koranaa ittisuun barnoota isaanii xumuranii akka eebbifaman taasifameeraa jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015