Barattoonni yeroo isaanii osoo hin qisaasessiin,barsiisonnis beekumsa isaanii osoo hin qusatiin baratootaaf kennuun lammii gahuumsaa qabu horachuuf gaheesaanii bahaachuu qabu jedhame.

75

Finfinnee,Sadaasa 28/2013(TOI)-Barattoonni yeroo isaanii osoo hin qisaasessiin,barsiisonnis beekumsa isaanii osoo hin qusatiin baratootaaf kennuun lammii gahuumsaa qabu horachuuf gaheesaanii bahaachuu qabu jedhame.

Sadarkaa Kaantiibaa Itti aanaa Magaalaa Finfinneetti Qindeessan tajaajila hawaasaa kennuu, Obbo Jaanxiraar Abbaay kutaa bulchiinsa Lidaataatti mana barumsaa sadarkaa 1ffaatti argamuun barumsa jalqabsiisan.

Obbo Jaanxiraar Barattoonni yeroo isaanii osoo hin qisasessine,barsiisonnis beekumsa isaanii osoo hin qusatiin barattootaaf kennuun lammii gahumsaa qabu horachuuf gahee isaanii bahachuu qabu jedhan.

Invastimantiin barnoota irratti hojjetamu misooma sammuu irratti hojjetamu waan ta’eef kan nama gammachiisu jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015