Pirezedaantiin Itiyoophiyaa Saahilawarqi Zawudee Walitti qabaa boordii Garee Maaltiichoowiz Impiyaaz Pooteeliin waliin mari’atan.

75

Finfinnee,Sadaasa.26/2013(TOI).Pirezedaantiin Itiyoophiyaa Saahilawarqi Zawudee Walitti qabaa boordii Garee Maaltiichoowiz Impiyaaz Pooteeliin waliin mari’atan.

Garee Maaltiichoowiz( Abbaan qabeenyaa DSTV) Itiyoophiyaa keessatti hojiilee investimeentii gurguddaa gaggeessa kan jiru yoo ta’u tajaajila Bashannanaafii Odeeffannoo qaqqabamaa taasisuuf ,akkasumas gama ispoortiifii bashannanaan sagantaalee qabiyyee biyyaalessaa qaban qopheessuu irratti argamu.

Dhaabbileen damee kana irratti hirmaatan duudhaalee waliinii beeksisuufi dhaloota dhufu qaruu keessatti gaheen isaan qaban olaanaa akka ta’e Pirezedanti Saahilawarqi himaniiru.

Waajjira Pirezedaantii irra0People

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015