Aadaan siyaasaa tasgabbaa’e dagaagina diimokiraasiif baay’ee murteessaadha- Ministeera Nageenyaa

75

Finfinnee Onkololeessa 18/ 2013(TOI) - siyaasaa tasgabbaa’e dagaagina diimokiraasiif baay’ee murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Muufariyaat Kamiil.

Qindeessummaa Ministeera Nageenyaan mariin garaa garaa hooggantoota mootummaafi qaamolee hawaasaa wajjiin mariin biyyaalessaa eegalamuusaa Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Muufariyaat Kamiil himaniiru.

Aadde Muufariyaat Kamiil akka himanitti; marichaan hawaasaaf xiyyeeffannoo addaa kennuun gara fulduraatti kutaaleen hawaasaa miiliyoona 25 hanga miiliyoona 30 ta’an hirmaattoota ni ta’u jedhan.

Ajandaan marichaas kan irratti xiyyeeffatu nageenyi walitti fufaafi amansiisaa akka mirkanaa'uuuf ta’uun himameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015