Haasawa Donaald Tiraampi ilaalchisee wanta dhufu hundaaf tarkanfii duub -deebii barbaachisu hunda fudhachuuf qophii ta’uu Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise - ENA Afaan Oromoo
Haasawa Donaald Tiraampi ilaalchisee wanta dhufu hundaaf tarkanfii duub -deebii barbaachisu hunda fudhachuuf qophii ta’uu Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise
Finfinnee Onkololeessa 18/2013(TOI) - Haasawa Donaald Tiraampi ilaalchisee wanta dhufu hundaaf tarkanfii duub -deebii barbaachisu hunda fudhachuuf qophii ta’uu Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.
Sa’aati 24 ijji keenyaa ijaarsa hidha haroomsarras jira jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa meejar Jenaraal Yilmaa Mardaasaa.