Manni mare magaalaa Finfinnee mudama kantibaa itti aantuu Aadde Adaanech Abeebeeb dhihaate raggasise - ENA Afaan Oromoo
Manni mare magaalaa Finfinnee mudama kantibaa itti aantuu Aadde Adaanech Abeebeeb dhihaate raggasise
139
Finfinnee Onkololeessa 10/2013(TOI)- Manni mare magaalaa Finfinnee mudama kantibaa itti aantuu Aadde Adaanech Abeebeeb dhihaate raggasisee jira.
Haaluma kanaan:
1. Obbo Xiratuu Bayyanaa-sadrkaa kantiibaa itti aanatti hojigeggeessaa magalaa
2. Dr.Maskaram Fallaqaa –Hoggantuu biiroo misooma manneennii
3. Injinar Hayyalnesh Habtamariyan-Hoggantuu biiroo konistirakshinii
4. Dr Maskaram Fiqruu komishinara komishinii pilaanii
5. Dr Milkeessaa Jaagamaa –hogganaa manejimantii lafa magaalaa
6. Dr Muluqan Habtuu-hogganaa biiroo industirii
7. Obbo Tafarraa Mollaa –hogganaa biiroo hojjetaaf hawasummaa
8. Obbo Mulugeetaa Tarrafaa-hogganaa biiroo galiwwanii
Kanneen muudaman yoo ta’u mana marichaa fula duratti waadaa galanii jiru .