Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmadif pirezedaantiin Ertiriyaa Isayyas Afawarqii madda anniisaa koyishaa daw’atan

76

Finfinnee Onkololeessa 3/2013(TOI)- Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmadif pirezedaantiin Ertiriyaa Isayyas Afawarqii madda anniisaa koyishaa daw’atan.

Hidhni kun yeroo tokotti anniisaa eletiriikaa MW 2,200 maddisiisuu kan danda’u yoo ta’u waggaatti GW kuma 6 ol omishuu danda’a.

Raawwiin hojii pirojektichaa yeroo ammaa haraka 36 kan xumuurame yoo ta’u guutumatti wayta xumuuramu madda Turizimii akka ta’u eeggama jechuun EBC gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015