Jijjiiraan nootii birrii, birrii kuma 100 hanga miliyoona 1.5 onkololeessa 6/2013 akka xummuramu Baankiin biyyaleessa Itoophiyaa beekisiseera - ENA Afaan Oromoo
Jijjiiraan nootii birrii, birrii kuma 100 hanga miliyoona 1.5 onkololeessa 6/2013 akka xummuramu Baankiin biyyaleessa Itoophiyaa beekisiseera
100
Finfinnee, Fulbaana 25/2013(TOI)- Jijjiiraan nootii birrii, birrii kuma 100 hanga miliyoona 1.5 onkololeessa 6/2013 akka xummuramu Baankiin biyyaleessa Itoophiyaa beekisiseera.
Uummanis guyyoota 11 hafaan kanatti fayyadamuun baankiiwwan dhihenya isaatti argamanitti maallaqa harkasaa jiru jijiirachuu akka qabu baankiin biyyaalessa Itoophiyaa beekisisera.