‘Sobni addunyaa kan naannooftu hamma dhugaan kopheeshee keewwattee qaqqabdu qofaatti-Ministira Muummee Dr.Abiyyi

71

Finfinnee Fulbaana 25/ 2013(TOI) - Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad fedhii fi hawwii uummata Itiyoophiyaaf qaban akkasumas ejjannoo Mootuumman isaaniin durfamu qabu ilaalchise fuula feesbuukii isaanirratti ibsan.

Ergaan isaanitiis ‘Sobni addunyaa kan naannooftu hamma dhugaan kopheeshee keewwattee qaqqabdu qofaatti dha’ jedhama jechuun mammaaksaan dabarsaniru.

Akka Dr. Abiyyi jedhanitti, Ida'amuun kan hin sarmine ta'uusaa, badhaadhinni kan hin hafne ta'uusaa waliin ta'uu keenyaan cimnee, tokkummaa keenyaan kabajamnee fi sodaatamnee akka biyyaafi Uummataatti fuulduratti deemaa akka jirru ija jabinaan ni mirkaneessina jedhaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015