Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e

79

Finfinnee, Fulbaana 21/2013 (TOI) - Ministeeri Geejjibaa imaammata, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa guyyaa har’aa ifa godheera.

Waajjirii ministeericha waltajjii beeksisaa imaamatoota isaa gaggeessaa jira.

Waltajjicharratti haasaa kan taasisan Ministirri Geejjibaa Daagimaawit Mogas imaammatoonni ba’an fayyadamummaa ummataa mirkanessuuf kan gargaraan ta’uu ibsaniiru.

Sanadoonni qophaa’an galma yaadameef akka ga’aniif qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi ga’ee isanii akka ba’achuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015