Manni Maree Ministeerootaa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa 1954 irratti fooyya’insa taasise

154

Finfinnee, Fulbaana 16/2013 (TOI) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Manni Maree Ministeerootaa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa 1954 irratti fooyya’insa taasisu ibsan.

Manni Maree Ministeerootaa guyyaa har’aa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa 1954 irratti fooyya’insa taasise.

Wixinee Labsii sirna araaraa akkasumaas dambii wixinee kaffaltii tajaajila akreediiteeshinii dabalatee dhimmoota toora barbaachisoo ta’an murtii dabarseera.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad wixineen labsii sirna seera yakkaa fi ragaa Seeraa fooyya’uun sirna federaalaa keessaatti qoqqooddii ga’ee fi ittigaafatamummaa qixaan akka raawwatamuuf kan gargaaru tarkaanfii babaachisaadha jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015