Koolejiin Meedikaalaa Hospitaala Miliniyeem Phaawuloos tajaajila yaalaa idilee addaan kutee ture jalqabe.

53

Finfinnee, Fulbaana,5,2013(TOI)- Kooleejjiin Meedikaalaa Hospitaala Miliniyeem Phaawuloos tajaajila yaalaa idilee baatii 3'f addaan kutee ture jalqabe

Hopitalichii weerara vaayirasii koronaa ittisuuf hojii qorannoo tasisuufi dhukkubsatoota waldhaanuu hojjechaa ture. Haaluma kanaanis qorannowwan kuma 25 tasisuu beekisera.

Siree 270 qopheessuun sababaa Vaayirasii koroonan waal qabatee namoota yaala addaa isaan barbaachisu fudhatees waldhaanaa akka ture himameera.

Namoota vaayirasichaan qabaman 900 fudhachuun waldhana turera. Isaan keessa 640 bayyanatanii kan bahaan yoo ta'uu,150 immoo ammallee hospitalichatti waldhaansarra jiru.

Maddi:- EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015