Manni Maree Nageenya biyyalessaa haala nageenyaa fi tasgabbii biyyaa irratti mariyachuun kallattii kaahe

122

Finfinnee Qaammee 4/2012(TOI)- Manni Maree biyyalessaa marii kanaan soda nageenyaa biyyaa fi kan fashaalaahe bal’inaan irratti mariyatee jira.

 Haala nageenyafi tasgabbii amma jirus bal’inaan kan ilaale yoo ta’u yeroo itti aanu karaa qindaaheen tooftaa ittisun danda’amu irratis mariyatee jira.

Kanaafis birmadummaa biyya fi nageenya lammilee eegsisuufi olantummaa seeraa kabachiisuuf mootummaan kutannoon akka hojjetu ibsuun raayyaa ittisa biyyaa dabalatee qamoleen nageenyaa hundi wareegama hanga ammaa kafalaa jiru cimsee akka itti fufu manni marichaa mirkaneessee jira.

Waajjira Ministira Muummee irraa odeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015