Manni maree nageenya magaalaa Finfinnee hundaa’e

159

Finfinnee Hagayya 21/2012(TOI)- Manni Maree Nageenyaa Magaalaa Finfnnee har’a hundaa’e

Sirna kana irratti kantiibaa itti antuu magaalaa Finfinnee Adde Adaanecha Abeebee dabalatee bulchitoonni kutaalee magaalaa hundaa fi qooda fudhattoonni hirmaatan.

Manni mare kun hundaa’uun nageenya waaraa magalattii fi guddina itti fufaaf murteessadha jedhan.

Mai marichaa sadarkaa aantti miseensota 300, kutaa magaalatti 400 fi sadrkaa magaalatti 500 kan qabu yoo ta’u qindoominaan yakka magaalattii kesssatti raawwatamu ittisuuf gargaara jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015