Walittidhufeenyi Itoophiyaaf Sudaan seenaadhaan walitti hidhate kan diigamu miti jedhan ministirri muummee Dr.Abiyyi

54

Finfinnee Hagayya 19/2012(TI)- Marii har'a Kaartuumitti gooneen michummaan Itoophiyaan Sudaan waliin qabdu akka itti fufu Ministira Muummee Abdallaa Hamdookiif iira deebi'ee ibseeraa jedhan Dr. Abiyyi.
Gama hidhata dinagdee, waliin guddachuufi tasgabbii nannoorratti dhimminee hojechuu itti fufuudhaan, walittidhufeenya garlamee guddisuuf carraawwan bal'aa jiran waliin sakattaana.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015