Miseensonni Mana Maree Bakka bu’oota Uummataa qabeenya galmessisan

74

Finfinnee,Hagayya,18-2012(TOI)–Miseensonni mana maree bakka bu’oota ummataa qabeenya isaanii galmeesisisuu isaanii Koomishiniin Naamusaafi Farra Malaamaltummaa Federaalaa beeksise.

Miseensonni mana marichaa qabeenya isaanii galmeessuuf sanada qabeenya isaanii ibsu koomiishiniichaf kennuun ibsameera.

Afyaa'iin Mana Maree Bakka Bu'ootaa Ummataa oobbo Taaggasaa Caafoon hojiin koomishiniin Naamusaafi Farra Malaamaltummaa hojjechaa jiru cinaatti waliin ta’uun malaamaltummaa ittisuufi irratti qabsoo gaggeessuun tumsa hunda keenyaa barbaada jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015