Pireezidant Saayileewariq Zawudee xalayaa muudamaa Ambasaadaroota haaraa Itoophiyaatti muudamanii kan biyyoota adda addaa simatan

93

Finfinnee Hagayya 14/2012(TOI)- Ambasaadaronni biyyootaa xalayaa muudama isaanii Pireezidaanit Saayileewarqittii dhiheeffatan Ambasaadara Giriik, Anaa Faruu, Ambasaadara biyya Jarmaan Istiviin Orii, Ambasaadara Sudaan Jamaa Alsheek fi kan Ambasaaddara biyya Mortaniyaa Museet Kajiyeeti mibarikiiti.

Ambasaadaronni xalayaa muudama isaanii pireezidantitti kennatanis walitti dhufeenya biyyota isaniifi Itoophiyaa caalaatti cimsuuf akka hojjetan himaniru. Maddi- Bulchiinsa waajjira Pireezidaantii.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015