Injiinar Taakkalaa uumaa miseensoota dhaabbilee idil addunyaa fi hawaasa diipilomaasii waliin mariyatan

97


Finfinnee, Hagayya 9/2012 (TOI) – Injiinar Taakkalaa uumaa miseensoota dhaabbilee idil addunyaa fi hawaasa diipilomaasii teessoo isaanii Finfinnee godhatan waliin mariyatan.Turtii isaaniin nyaata barattoota, hojiiwwan suphee fi giddugala oogummaa dabalatee dhimmoota hojiiwwan hawaasummaa magaalicha keessatti hojjetamanirratti ibsa laataniiru.Hawaasni diipilomaasi hojiiwwan suphee fi oogummaa gara gabaa alaatti akka dhiyaataniif walitti hidhaminsa gabaa akka uumamuuf tumsa akka taasisanii fi jirattoota damicharratti bobba’an akka deegggaran Injinaar Taakkalaan waamicha dhiyeessaniiru.maddi waajjira kantiibaati.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015