Sirni hordooffi fi to’annoo Dijitaalawwaa ammayya hojii jalqabe

151

Finfinnee Hagayya, 7/2012 (TOI)- Komishiiniin Karooraa fi Misoomaa, Ministira Saayinsiifi Teekinoolojii waliin ta’uun sirna hordofii dijitaalawwaa fi to’annoo har’a hootela Sharaateen Addisitti jalqabsisee.

Ministirri muummee ittaanaa obboo Dammaqaa Mookoniin sirna kanarratti argamanii jalqabsisaniru.

Sirni hordoffii dijitaalawwaa ammayyaa kun karoora waggaa 10 dabalatee, karooraa misoomaa biroo fi milka’ina raawwii hojii piroojetootaa hordoofuuf akka gargaruutti qopha’ee.

Hojii kanaas kan qopheessaan ogeyyoota biyyaati.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015