Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite

55

Finfinnee, Hagayya 5/2012 (TOI) – Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteessan .

Akka gabaasni CNN jedhutti talaalli kana inistitiyuutii  moskotti argamu Gamaleya Institute jedhamutu argate.

Akka Viladmir Puutin jedhanitti talaaliin kun yaalii hunda keessa darbuu beksisan.

Dabalataanis nuti warra jalqabaa talaallii vayirasii kanaa argachuun galmessifnes jedhan. Maddi CNN.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015