Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhadhinaa Amaaraa dhimma yeroo naannichaa fi biyyaa irratti magaalaa bahadaritti mariyataa jiru

116

Finfinnee Hagayya 4/2012(TOI)- Hoggantoonni olaanoo Paartii Badhadhinaa Naannoo Amaaraa dhimma haala yeroo biyyaaf naannoo isaanii irratati mariyataa kan jiran yoo ta’u,bu’aalee galmahani fi hanqinoota jiran irrati mariyachuun kallattii kaahu jedhame.

Waltajjichi hanga boru 5/2012tti akka itti fufu dhaabbanni Sabahimaa Amaaraa Gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015