Egdonni ripablikaanii pirojektii shaggar midhaksuu daaw’atan

66


Finfinnee Hagayya 3/2012(TOI)- miseensonni Ripablikaan Gaardiin magaalaa finfinnetti kan argamu ijaarsi isaa xumuuramaa kan jiru pirojektii shaggar miidhaksuu daaw’atan.
Humni eegumsa ripablikan gaardii leenjii ijaarsa raayyaa fudhachaa turan xumuruun daaw’annaa geggessan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015