Ministirri muummee Dr.Abiyyi dhoohinsa magaalaa Beerutitti mudatee miidhaa dhqabsiisef gadda itti dhagahame ibsan

73


finfinnee Adoolessa 29/2012(TOI)- Dho'insa gaddisiisaa Beeruutitti uumameen garmalee gaddeera. Jiraattota Liibaanosiif ciminaafi jajjabinan hawwa jedhan Dr.Abiyyi.

Itoophiyaanonni Liibaanoos jiraattan qonsilaa keenya waliin walittidhufeenya akka uumatanan isin jajjabeessa. Yeroo hamaa akkasiitti walgargaaruun barbaachisaadha jechunis dhaaman.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015