Pirezedaantii Isayyas Afawarqii Sudaan daaw’achaa jiru

92

Finfinnee waxabajjii 18/2012(TOI)- Pirezedaantiin Isaayyas Afawarqii Sudaan daw’achaa akka jiran Ministeerri beksisaa biyyattii ibsee jira.

Ministeerri beksisa Ertiriyaa obboo Yemane Gabraab akka jedhanitti daaw’annan pirezedaantichaa biyyoota lama irratti fuullefata.

Dabalataanis dhimma walitti makamuu  biyyoota Gaanfa Afrikaa irrattis ni mariyatu jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015