Dhaabbileen Mootummaa Federaalaa Raawwii isaanii kan waggaa Uummataaf ifa Gochuu qabu jedhame

51

Finfinnee waxabajjii 16/2012(TOI)- Dhaabbileen Mootummaa Federalaa raawwii isanaii kan waggaa uummataaf ifa gochu qabu jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

Dr.Abiyyi karaa fuula fecbook isanaiiiniin akka ibsanitti hojiileen waggaa dhaabbilee Federaalaa gamagamame.

Dhaabbileen motumma ahundi karoora baasuu,raawwiin akkataa galma irratti fuullefatuun,kan lakkahamuu  fi safaramuu danda’uun uummataaf ifa gochuu qabu jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015