
Finfinne waxabajjii 10/2012(TOI)- Ciraamuun bosonaa fi jijjiramni qilleensaa maddoota biro waliin dabaalamuun waggaa waggaan biyyoon itoophiya misoome akka dhiqamuuf sababa ta’a jedhan Dr.Abiyyi.
Dr.Abiyyi karaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin akka beeksisanitti galmi misooma magariisaa dhiqama biyyoo fi ciramuu bosonaa hambisuudha jedhan.
Hawaasni adunyaa gammojjummaa fi gogiinsa hir’isuuf hundi keenyaa misooma ashaaraa magariisaa irratti hirmaachuu qabna jechuun dhaaman.