Lammiileen Itoopiyaa 259 Kuweetii gara biyyaa deebi’an

87

Finfinee Waxabajjii 2/2012(TOI)- Kuwetitti rakkoorra kan turan lamiileen Itoophiyaa 259 deegarsa mootummaatiin har’a gara biyyaa galan.

Lammiileen kun wayta Buufata Xiyyara Idil Adunyaa Boolee gahan Deetaan Ministeera Nageenyaa Aadde Firehiwot Shibabbaw fi Ministeera Dhimmi Alatti Darektarri Jeneraalaa Dhimmi Baha Giddugaleessaa Ambasaddar Shameboo Fitaamoo simatanii jiru.

Haluma walfakkaatuun torbee kana keessa lammiilee Itoophiyaa kuma 1 fi 150 Kuweetii akka deebi’an ibsame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015