Dhaabbiin biqiltuu bara kanaa Jimaata dhufu eegala - ENA Afaan Oromoo
Dhaabbiin biqiltuu bara kanaa Jimaata dhufu eegala

Finfinnee Caamsaa 22/2012(TOI)- sirni biqiltuu dhaabbii bara kanaa Jimaata Caamsaa 28/2012 naannoo Sabaafi Sablammoota Uummattoota Kibbatti eegalama.
Dhaabbii biqiltuu bara kanaaf kuduraf muduraa adda addatu hedduminan qophaahe.
Itoophiyaan bara kana biqiltuu biliyoona 5 dhaabuuf qophii dursa xumurtee jirti.
Biqiltoota sagantaa kaanf qophaahan sadarkaa irra jiran Koreen Ashaaraa Magariisa Biyyalessaa aanaalee godina Shawaa Bahaa 3 daaw’atee jira.
Sagantaan dhaabbii biqiltuu biyyalessaa bara kaan jimaata dhufu naannoo kibbaatti eegalamas jedhame.
Guyyaan sun guyyaa Kunuunsa Naannooo Adunyaa waan ta’eef saganticha eegaluuf sababa ta’ee jedhame.