Finfinnee iddoowwan sochiin daangeffametti kan argaman namoota kuma 1 ta’aniif deeggarsi kenname - ENA Afaan Oromoo
Finfinnee iddoowwan sochiin daangeffametti kan argaman namoota kuma 1 ta’aniif deeggarsi kenname
61
Finfinnee Caamsaa 22/2012(TOI)-kutaa magaalaa Lidataa fi Addis Katamaa kanneen jiraatan maatii balaaf saxilamanif deegarsi nyaataa ji’a 3 turu eegalame.
Kantiibaa Itti Aanaa Injinar Taakkalaa Uumaa iddoo sanatti argamuun deegarsa nyataa kana eegalchiisan.
Injinar Taakkalaan lakkoofsi namoota weerara vaayirasichaan miidhamanii dabaluun wal qabatee namni hedduu rakkoo keessatti kufuu wan maluuf deegrsa mootummaan ala yeroo itti wal deeggarru irra jirra jedhan.
Dhiheessin nyaataa kun guyyoota lama kessatti jiraattota kanaaf kan qoodamu yoo ta’u deegarsa kanas Fawundeeshinii Bilgettu kenne jechuun wajjirru kantiibaa kebsise.