Boordiin Filannoo Biiyyoolessaa Wixinee yeroo Filannoo ifa godhe

61

Finfinnee, Amajjii 6/2012 (TOI) Boordiin Filannoo Biiyyoolessaa Wixinee yeroo Filannoo ifa godhe  

Boordichi yeroo filannoo bara 2012 murteessuuf qaama dhimmi ilaalu waliin marii gaggeessaa jira.

Marii kanaan karoora oppireeshinii fi guyyaa filannoon gaggeeffamu ilaalchisee yaadni hirmaattotaaf dhiyaatera.

Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa aadde Burtukaan Miidhagsaa guyyaan filannoon Hagayya 10 bara 2012  akka ta’u yaada marii dhiyeessuun irratti mari’atamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015