Muummichi Ministiraa Doktar Abiyyi Ahimad Miliindaa Geetis Waliin Mari'atan

54

Finfinnee Sadaasa 01/2012 (TOI) - Muummeen ministiraa Doktar Abiyyi Ahimad dura teessuu Biilii fi Miiliindaa Geetis Faawundeeshin kan taate Miliindaa Geetis waliin mari'atan. 

Faawundeeshinichi dameewwan xiyyeeffannaa mootummaa adda baasuun hojjechuu malurratti mari'ataniiru. 

Biilii fi Miiliindaa Geetis Faawundeeshin, Itiyoophiyaatti oomishtummaan qonnaa akka dabaluu fi qaqqabamummaan fayyaa akka guddatu deeggarsa taasisaa tureera. 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015