Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan duUrfamu hawaasa Godina Shawaa Kibba Lixaa waliin mari’acha jiru

59

Finfinnee /TOI/ Onkoloolesa 11/2012 Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hawaasa godina shaawaa Kibba lixaa fi jiraattota magaalaa Walisoo waliin mar’achaa jira.     

Jilichi yeroo magaalaa Walisoo ga’u hawaasaa magaalichaa fi naanawaa ishiin simannaan taasifameera jechuun  kan gabaase Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Oromiyaati.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015