Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 5ffaa eegale

89

Finfinnee /TOI/  Onkololeessa 11/2012 Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 5ffaa eegale. 

Yaa’iin mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Federaalawa Demokiraatawa Rippaabilika Itiyoophiyaa Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad bakka argamanitti gaggeeffamaa jira.   

Pireezidantiin Federaalawa Demokiraatawa Itiyoophiyaa Saahilewarq Zawdee Fulbaana 26 bara 2012 Mana maree Federeeshinii fi Mana maree Bakka Bu'oota Uummotaa haasaa taasisaniin deeggarsaan ni mirkanaa'a jedhamee eegama.    

Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad  kallattii waggaa kanaa pirrezidaant saahilewarq zawudeeti dhiyaate ilaalchisee gaaffilee Miseensotarraa mana maree irraa ka'aniif  ibsa kennaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015