Falaasamni Ida’amuu Bu’uura Ummatummaa Kan Qabu T’uun Ibsame

500

Onkoloolessa 8/2012 (TOI) – Falaasamni Ida’amuu bu’uura ummatummaa kan qabu ta’uun ibsameera.

Kitaabni Ida’amuu Ministira Muummee, Dr Abiyyi Ahimadiin barreeffame Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eebbifameera.

Sirna eebbaa kanarratti Miseensa Koree Hojii Raawwachiiftuu ODP/ADWUI fi Itti Gaafatamaan Waajjira ODP Giddu Galeessaa,Obbo Addisuu Araggaa dabalatee keessummoonni gara garaa argamaniiru.

Sirna kana irratti Obbo Addisuu Araggaa akka jedhanitti, Falaasamni Ida’amuu kun bu’uura uummatummaa kan qabu, rakkoo siyaas – dinagdee biyyattii kan furuu danda’u ta’uu eeraniiru.

ciminoota turan xinxalaa, hanqinoota turan furaa, egeree dhalootaa ijaarra jedhan Obbo Addisuun.

BDhKMNO tu gabaase