Pireezidaantiin Gibtsi Abdul Fattaah AlSiisii fi Mootiin Emireetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayid muummee ministiraa Dooktar Abiyyiin baga gammaddan jedhan

71

Fulbaana 30/2012 /TOI/ Pireezidaantiin Gibtsi AbdulFattaah AlSiisiinii fi Mootiin Emireetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayid muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan. 

Pireezidaantiin Gibtsi AbdulFattaah AlSiisiin, muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa Noobeelii nageenyaa 2019 injifachuu isaanitiin ergaa baga gammaddanii dabarsan.

Mootiin Emireetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayidis muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015