Ashaaraa keenya Haa Keenyu, Oromiyaa Magariituu Dhaloota boruuf Haa Dhaalchifnu!!! - ENA Afaan Oromoo
Ashaaraa keenya Haa Keenyu, Oromiyaa Magariituu Dhaloota boruuf Haa Dhaalchifnu!!!

Adoolessa 22/2011) - Hojjetoonni mootummaa naannoo Oromiyaa Handhuura Oromiyaa kan taate Finfinneerraa gara Kallattii addaddatti biqiltuu dhaabuudhaaf haala kanaan imaluurratti argamu.
Ashaaraa keessan kaa'uun dhloota itti aanuuf naannoo magariituu, hawattuu fi jireenyaaf toltu dhaalchisaa jedha !!!! jedha biiroon dhimmoota komunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa.