Doktar Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru

80

Amajji, 14/2015(TOI) Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad ummataa fi mootummaa Chaayinaa bara haaraa Chaayinaa sababooffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad ergaa karaa fuula tiwiitara isaaniitiin dabarsniin ummataafi mootummaa Chaayinaan baga bara haaraa geessan jechuun hawwii qaban ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015