Itti aanaan Ministira Muummeefi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.

83

Amajjii 14/2015(TOI) - Itti aanaa Ministira Muummeefi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, Ayyaana bara haaraa Chaayinaa Chaayinaan jabajacha jirtu sababeeffachuun ergaa baga geessanii ummata Chaayinaaf dabarsaniiru.

Itoophiyaafi Chaayinaa jidduutti hariiroon baroota dheeraaf ture gara sadarkaa olaanaatti bara itti guddatu akka ta’us hawwii qaban ibsaniiru.

  • Ministeera Dhimma Alaarraa odeeffanne.
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015