Doktar Abiy Ahimad koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’atan
61
Amajjii 5/2015 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’ataniiru.
Gahee hayyoonni misooma Itoophiyaa keessatti qaban caalmaan cimsuuf sadarkaa biyyaaleessatti mariiwwan yuunivarsitiiwwan 42’tti gaggeeffamaa tureera.
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad marii gaggeeffamee ilaalchisuun koree qindeessituu marichaa waliin mari’achuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul'isa