Doktar Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan

67

Mudde 7/2015(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad carraalee invastimantii Itoophiyaarratti abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’achuu ergaa gama Tiwiitara isaaniin dabarsaniin beeksisaniiru.

Riifoormiiwwan gaggeeffamaa jiraniin, badhaadhummaa waloof hawaasaa fi diinagdee Itoophiyaarratti hojiilee invastimantiirraatti akka bobba’aan gaafataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015