Tapha Waancaa Addunyaa har'a gegeeffamuun Morokoo fi Kanaadaan, Jarmaniifi Kostaarikaan ni taphatau.

212

Sadaasa 22/2015 (TOI) – Tapha Waancaa Addunyaa har'a gegeeffamuun Morokoo fi Kanaadaan, Jarmaniifi Kostaarikaan tapha itti aanutti darbuuf ni taphatau.

Har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Kaanaadaan Moorokoo waliin Kirooshiyaan Beeljiyeem waliin ni taphatu.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Koostaarikaan Jarman waliin, Jaappaan Ispeen waliin ni taphatu.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015