Dameen faayinaanisii harka 21 guddateera - MM Abiy Ahimad

78

Sadaasa 6/2015(TOI) - Dameen faayinaanisii harka 21 guddateera, qabeenyii damee kanaas waliigalaan birrii Tiriliyoona 2.3 gaheera jedhan Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad MM doktar Abiy Ahimad kana kan jedhan gaaffii miseensoonni mana maree bakka bu'oota uummatarraa dhihaateef deebiifi ibsa yeroo laatanidha.

MM Abiy Ahimad yeroo kan akka himanitti Itoophiyaatti dameen hojii Faayinaanisii guddina olaanaa galmeessaa jira.

Dameen kun yeroo ammaa guddina harka 21 galmeesuun himanii qabeenyi waliigala damee kanaas birrii Tiriliyoonaa 2.3 gaheera jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015