Manneen haaraa 1600 ijaaruuf hojiin dizaayinii hojjechuu xumurameera

84

Onkoloolessa 29/2014(TOI) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa bakka haaraatti manneen haaraa 1600 ijaaruuf hojiin dizaayinii hojjechuu xumuramuu beeksise.

Korporeeshinichi bara bajataa kana kiraa manaafi galiiwwan adda addaarra galii birrii biliyoona 3.1 agachuuf karoorfateera.

Mana maree bakka bu'oota uummataatti koreen dhaabbii magaalaa, Bu'uura misoomaafi geejibaa haala raawwii kurmaana jalqabaa gamaggameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015