Reeffi doktar kabajaa artisti Alii Birraa buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleerra gara addabaabayii Michuummatti geggeeffamaa jira.

106

Onkololeessa 29/2015(TOI) - Reeffi doktar kabajaa artisti Alii Birraa buufata xayyaaraa idil addunyaa Booleerra gara addabaabayii Michuummatti geggeeffamaa jira.

Riiffi doktara kabajaa artisti Alii Birraa har'a ganama mana jireenya Artistichaa Bishooftuurraa gara buufata xiyyaara idil addunyaatti imaalchifame.

Amma immoo buufata xiyyaara Booleerra gara addabaabayi Michummaatti imaalchifamaa jira.

Addabaabayii michummaatti erga geggeessaa gootaafi kabajaa taasifameefii booda reeffi isaa gara Dirre Dawaatti kan imaachifama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015