Sarara Elektirikaa Saqoxaa, Laallibaafi Wagimiraa sababa waraanaan adda citee ture deebisuuf qorannoon jalqabame

72

Onkoloolessa 14/2015(TOI) - Tajaajilli Humna Ibsaa Itoophiyaa sababa waraana Kaaba Itoophiyaan miidhaan kan irra gahee sarara Elekitirikaa Waldaayaa - Allamaaxaa daddabarsa humna olaanaa kiloovoltii 230 qabu deebisee hojii jalqabsiisuuf suphaan isaa jalqabamuu beeksise.

Sararri humna ibsaa adda citee ture kun suphamuun isaa waggaa tokkoo oliif humni ibsa adda irraa citee kan ture magaalaa Laallibalaafi Saqoxaa dabalatee akkasuma naannawaan godina Wagimiraa humna ibsaa akka argatan taasisa jedheera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015