Yuunivarsiitii Wachaamoo, Waldayaa, Gondor Walaayittaa Sooddoo fi Miizan Teephiitti qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffan geggeeffamaa jira.

57

Fulbaana 30/2015(TOI) - Yuunivarsiitii Wachaamoo, Waldayaa, Gondor Walaayittaa Sooddoo fi Miizan Teephiitti qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffaq geggeeffamaa jira.

Qormaatichi karaa nagaan eegaluu Rippoortaroonni TOI Yuunivarsiitoota kanatti argamuun ilaalaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015