Ayyaanni Moolidaa 1497ffaan Godina Walloo Kibbaa masjiida "Jamaa Nugusitti" kabajamaa jira

130

Fulbaana 28/2015(TOI) - Ayyaanni Moolidaa 1497ffaan Godina Walloo Kibbaa aanaa Albukoo masjiidaa "Jamaa Nugusitti" jedhamutti kabajamaa jira.

Ayyaanicharratti kan argaman Bulchaan godina Walloo Kibbaa obb Abduu Huseen hawaasni yeroo ayyaana Moolidaa kabaju tokkummaa isaa cimsuun dadhabaafi harka qalleeyyii gargaaruun ta'uu qaba.

Ayyaanni Moolidaa 1497ffaan sadarkaa biyyaatti bofa ho'aan kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015